2. Qabxii Ol’aanaa Bara 2013tti Galmaa’e
2. Qabxii Ol’aanaa Bara 2013tti Galmaa’e
Qaamolee Ijaarsa Pirojektii Bu’uura Boruu Irratti Gumaacha Taasisaniif Beekamtiin Kenname
Jalqabbii barnootaa Bara 2014
Leenjii Barsiisota marmaaroo Montosoorii
Xaafii Haamaa
Kabaja torban barnoota dubartootaa
https://youtu.be/GMVQFaeQVsg
The school of light tomorrow is finished in Robe town!
Tomorrow's light school is finished In west Guji zone Malka Sodda!
Barattoota Qabxii Olaanaa Galmeessaniif
Barattoota Qabxii Olaanaa Galmeessaniif sirni beekamtii Kennuu Geggeeffame
https://youtu.be/bUrdXK232rQ

Firiin Qorumsa Naannoo Kutaa 8ffaa Ifoome


       Capture

301962495 3344906379166827 6062074560723514447 n       299026162 3333773900280075 6385095998349005654 n

Biiroon Barnootaa Oromiyaa firii qormaataa kutaa 8ffaa bara 2014 ifoomseera.Hog.Itti Aanaa BBO Obbo Girmaa Baayisaa qabxii darbiinsaa barattoota kutaa 8ffaa sababeeffachuun miidiyaaleef ibsa kennaniiru.Bu'uuruma kanaan akka naannoo Oromiyaatti bara 2014tti barattoonni 451,025 ta'an,

button EN 2                        giphy  



 


Qaamolee Ijaarsa Pirojektii Bu’uura Boruu ...    


    279922018 5143797635710934 6164447542381570090 n

    99 kk

Bara barnootaa 2014tti hojii tajaajila lammummaan ijaarsi Projektii bu'uura Prezidaantii MNOtiin  labsamuun isaa ni beekama. Bu’uuruma kanaan Manneen barnootaa Bu’uura Boruu kuma 3 ijaaruuf karoorfamee; karooraa ol manneen barnootaa kuma 3 fi 377 eegalameera.  Kanneen keessaa kuma 3 fi 11 xumuramuun tajaajila kennuu eegalaniiru.



 


Qabxii Ol’aanaa Bara 2013tti Galmaa’e     


       7 

       9   photo 2022 05 09 03 34 08

Akka Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2013'tti Barattoota Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoraman keessaa barattootni 226 ta’an      qabxii olaanaa 500 fi isaa ol galmeessaniiru.Barattoota kanneen keessaa qabxii olaanaa (Top Achievers) koornayaa lamaan irraa galmeessan  maqaan isaanii kanneen kanaa gadiiti.

    Dhiirota keessaa

  1. Barataa Kooket Tasfaayee qabxii 548
  2. Barataa Hundee Tafarii qabxii 548
  3. Barataa Abdulaziiz Zeenuu qabxii 547 yoo ta’an

     Dubara keessaa immoo

  1.  Siifan Fiixaa qabxii 542
  2.   Hawwii Xaasoo qabxii 539
  3.  Lootii Yaadataa   qabxii 525  


Barattoota Qabxii Ol’aanaa Galmeessisaniif Badhaasni Dabalataa Kenname


   ag

   hhh 7

Abbaan Qabeenyaa Yuuniversiitii Harraambee Obb. Fayyisaa Araarsaa Sagantaa sirna beekamtii kennuu barattoota kutaa 12ffaa fi M/B bu'uura boruu irratti barattoota qormaata biyyooleessaa Kutaa 12ffaa bara 2013 akka naannoo Oromiyaattii qabxii ol'aanaa galmeessuudhaan 1ffaa, 2ffaa fi 3ffaa bahaniif tokko tokko isaaniitiif Qarshii 100,000( Qar. kuma dhibba tokko) sadaniif Qarshii 300,000.00 (Qar. kuma dhibba sadii) badhaasanii jiru!alteen kun raawwate. 



 

Dorgommiin Kalaqa Barattoota Manneen Barnootaa Geggeeffame

Baga Gammaddan!
CONGRATULATIONS!
Ministeerri Barnootaa Dorgommii Saayinsii fi Hojii Kalaqaa Manneen Barnootaa geggeessee ture.
Dorgommii geggeeffame kanarratti naannoleen hundi kan hirmaatan yoo ta'u barattootni manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa , sad. 2ffaa fi Qophaa'inaa hirmaataniiru.
Hirmaattotni dorgommii kanaa irratti argaman Manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa irraa barattoota 3
Manneen barnootaa sad. 1ffaa irraa barattoota 3
Mana barumsaa Qophaa'ina irraa barataa 1 yoo ta'u barsiisaan 1 hirmaateera.
Dorgommii geggeeffame kanarratti naannoon keenya manneen barnootaa sad. 1ffaa fi sad. 2ffaan kan mo'ate (1ffaa) yoo ta'u mana barumsaa Qophaa'inaan sad. 3ffaan mo'ateera.
Barattootni kun maal maal hojjetanii badhaafaman?
1. Mana barumsaa sad. 1ffaa irraa Barataa saafii Adam konkolaataa sochootuu fi deemtu hojjechuun kan mo'ate
2. Mana barumsaa sad. 2ffaa irraa barataa Firaa'ol Zaawudee Baajaajii hojjechuun kan hojjetee fi
3. Mana barumsaa Qophaa'inaa irraa barataa Takkaalenyi Gannanaa Sooftweerii develop kan godhe ta'uu isaaniitiin
akka biyyaatti mo'ataniiru.
Waliigala dorgommichaatiinis Oromiyaan mo'ateera.

 

                                               Educational Statistics 2014


             no off teachers           Untitled 2       no off student

Kitaabilee Barbaachisoo

Kalandara

February 2025
MTWTFSS
12
3456789
10111213141516
17181920212223
2425262728

Beeksisa

Vacancy Announcements
Call for Registrations
Academic Calendar

Kaartaa/ Iddoo BBO

map1

Miidiyaa Hawaasaa

facebook iconTelegram LogotwitterYouTube

Teessoo Quunnamtii

Barumsaa fi Sagantaa Pilazmaa

astustudio1

Kuusaa Sabqunnamtii Baay'ee

Tamsaasa Barumsa Raadiyoo

digital

© 2022, Oromia Education Bureau. All Rights Reserved