Ergama
Humna namaa fi leecalloo barbaachisaa ta’e guutuun carraa barnootaa, walgitiinsi,  qulqullinnii, fi ga’umsi isaa mirkanaa’e babal’isuu fi qorannoo fi qo’annoo irratti hundaa’uun aadaa, seenaa fi afaan Oromoo dagaagsuu akkasumas dhaabbilee barnootaa keessatti aadaa dimookraasii fi bulchiinsa gaarii babal’isuu.